Pireezidaantiin Komooroos Azaalii Asumaaniin Finfinnee galan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Komooroos Azaalii Asumaaniin Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.‎Komooroos Azaalii Asumaaniin wayita Buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Finfinnee gahan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee fi Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa  Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen simannaa taasisaniifiru.#Oromia#EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.