Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Azaalii Asuumaanii waliin mari’atan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 21 , 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Koomooroos Azaalii Asuumaanii waliin mari’atan.Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii duraa Pireezidaantii Koomooroos Azaalii Asuumaanii waliin dhimmoota gam-lamee fi ardiirratti mari’anneerra jedhan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.