Finfinnee, Adoolessa 25, 2017(FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen imalli Xaanaanesh 2 dandeettii cichoominaa, kutannoofi qindoominaa kan mul’isudha jedhan.Imalli Xaanaanesh 2 Jibuutii buufata Dooraaleerraa hanga magaalaa Baahi Daaritti taasifte cichoominaafi kutannoon kan guutame ta’uu ibsan.Bidiruun kun bakka gahumsa ishee akka geessuuf qaamolee gahee isaanii bahatan hunda galateeffataniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.