Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) – Sirni Awwaalcha obbo Daawuud Muummee Alii raawwateera.Itti aanaa Komishinaraa Komishinii Turizimii Oromiyaa kan turan Obbo Daawuud Muummee balaa tasaa isaan mudateen guyyaa kaleessaa lubbuun isaanii darbuun ni yaadatama.Sirni awwalchaa isaanii bakka hoggantoonni olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaafi federaalaa argamanitti guyyaa har’aa raawwachuu Biiroon Aadaaf Tuurizimii Oromiyaa Faanaa Diijitaaliif ibseera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.