Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad obbo Addisuu Araggaa Ministira Qonnaa gochuun muudan.Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Obbo Addisuu Araggaa Ministira Ministeera Qonnaa gochuun muuduu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera.Obbo Addisuu Araggaan Sadarkaa Pireezidaantii Itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaa Kilaastara Baadiyyaa ta’uun hojjechaa turuun isaanii ni yaadatama.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.