Garbummaatti gurguramuuti hanga Itoophiyaatti 'barnoota ammayyaa jalqabuutti' - Daani'eel Dabalaa

Wait 5 sec.

Yeroo daldalli garbaa Itoophiyaa keessa ture Daani'eel Dabalaa abbaa isaa waliin osoo jiruu qabamuun garbummaatti gurguramuu himu lubi seenaa isaa qoratan.