Luwiis Diyaaz Baayermuunikiif mallatteesse

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Baayermuunik jifataa sarara cinaa Kolombiyaa Luwiis Diyaaz mallatteessifate.Kilabiin Jarman Baayermuunik taphataa sarara cinaa Liivarpuul kan umrii waggaa 28 kana Paawudii miiliyoona 65.5n mallatteessifateera.Lammiin Kolombiyaa Muuniik waliin kontiraata waggaa afurii mallatteesse kun lakkoofsa 14 akka uffatu beekameera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.