Manni Maree naannichaa Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 25 ta’uun dhiyaate raggaasise

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 25 ol ta’uun dhiyaate raggaasise.Manni marichaa yaa’ii idilee 10ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa jiruun baajata dhiyaate raggaasiseera.Baajatichi rakkoo ummataa ijoo ta’aan bu’uureeffachuun ramadamuu Hogganaan Biiroo Maallaqaa Naannoo Amaaraa Dooktar Xilahuun Mahaariin baajaticha ilaalchisee ibsa kennaniin himaniiru.Seektarroonni hiyyummaa hir’isan qoodni isaanii olaanaa akka ta’uu fi waliigaltee idil addunyaa fi kallattii biyyaalessaa tilmaama keessa galchuun baajaata dhiyaate ta’uu himuu AMC gabaaseera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.