Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachuuf Finfinnee galan.Pireezidaanti Ruutoon wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addinyaa Boolee gahan Ministira Muummee Itti Aanaa obbo Tamasgeen Xurunaan simatamaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.