Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Jifataan Liiverpuul Luwiis Diyaaz Baayerni Muunikiif makamuuf waliigalteerra gahe.Dargaggoon umrii waggaa 28 Liwiis Diyaaz Yuuroo miiliyoona 75′ gara Baayerni Muunikitti makamuuf waliigaluu eerame.Sa’aatii 24 keessatti jijjiirraa isaa akka xumuru kilabicharra eeyyama argachuutu ibsame.Diyaaz turtii isaa Liiverpuuliin taphoota 148 taphachuun galchiiwwan 41 lakkoofsiseera.Kubbaawwan gara galchiitti jijjiiraman 23 mijeessuu ‘The Athletics’ gabaaseera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.