Hoggantoota Biyyoota garaagaraa waliin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Dhaabneerra- Dooktar Abiy Ahimad

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC)- Hoggantoota biyyoota garaagaraa Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanirratti hirmaatan waliin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, gochi kun Sirna nyaataa itti fufiinsa qabuu fi qormaatilee dandamachuu danda’u ijaaruu fi eegumsa naannoof gahee olaanaa qaba jedhan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.