Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan.Hoggantoonni lameen dhimmoota naannawaa fi fedhii waloorratti mari’ataniiru.Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii 2ffaa sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee galuun kan yaadatamuudha.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.