Komishinichi Ajandaa Diyaaspooraa walitti qabuu eegale

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) –Komishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa kara onlaayiniin Diyaaspooraa biyyoota Afrikaa garaagaraa jiraatanirraa ajandaa marii walitti qabuu eegaleera.Haaluma kanaan marii onlaayiniin gaggeeffameen lammiileen biyyoota Ijibti, Sudaan Kibbaa, Keeniyaa, Afrikaa Kibbaa, Bootsiwaanaa fi dhaalatoonni Itiyoophiyaa biyyoota Afrikaa garaagaraa jiraatan hirmaataniiru.Waltajjicharratti Komishinarri Olaanaa Komishinichaa Piroofesar Masfiin Ar’ayaan, Hojiilee komishinichi hanga ammatti hojjatee fi kallattii fulduraarratti ibsa taasisaniiru.Admaasuu Araaggaawutiin.#Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok: https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.