Waggoottan darban Ashaaraa magariisaan hojiilee hojjetamaniin bu’aan argame -Pireezidaanti Shimallis 

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 24,2017 (FMC) – Waggoottan darban Ashaaraa magariisaan hojiilee hojjetamaniin bu’aan argameera jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis  AbdiisaanPireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Jimmaatti biqiltuu gaaddisa dhalootaa dhaabaniiru.Saganticharratti haasawa taasisaniin, Naannoo oromiyaatti waggoottan darban biqiltuuwwan hedduun dhaabamaniiru jedhan.Wayita ammaa ummanni naannichaa seektaraalee garaagaraarratti hirmaachaa biqiltuu dhaabuu eegaluu dubbataniiru.Waggoottan darban hojjiilee Sagantaa Ashaaraa magariisaan hojjetameen bu’aan qabatamaan argamuu kaasan.