Hidhattoonni 'Lafa Bilisaa' jedhaman humnoota Tigiraay irratti haleellaa raawwatan

Wait 5 sec.

Biiroon Dhimma Nageenyaa Tigiraay hidhattoonni Lafa Bilisaa jedhaman humnoota TPLF irratti bakka Milaazat jedhamutti haleellaa raawwataniiru jechuun himate.