Addi Bilisummaa Oromoo Mootummaan Naannoo Sumaalee caaseffama bulchiinsaa bifa haaraan eegaluu fi aanaalee 14 bulchiinsa haaraa jalatti akka hammataman ibsuu hordofee ibsa baaseen adeemsi kun akka isa yaaddessuu fi akka mormu ibseera.