Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Magaalaa Finfinneetti Giddugala Gurgurtaa fi Kuusaa oomishaalee Qonnaa ammayyaa daawwatan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii hojiilee Itiyoophiyaan Tiraansfoormeeshinii nyaataan hojjechaa jirtu daawwataniiru.Haaluma kanaan Magaalaa Finfinnee Lammii Kuraatti Giddugala Gurgurtaa fi Kuusaa oomishaalee Qonnaa ammayyaa fi mana Baruumsaa sadarkaa tokkoffaan duraa fi Sadarkaa 1ffaa Daajaazmaach Waandiraad daawwataniiru.Hirmaattoonni kunneen Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuus dhaabaniiru.Gizaachoo Girmaayeetu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna..