Pireezidaantii Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Muhaammad hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Pireezidaantii Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Muhaammadii fi Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii Magaalaa Finfinneetti hojiilee misoomaa garagaaraa daawwatan.Misooma Qindaa’aa Gullallee, Giddugala Gabaa oomishaalee Qonnaa Lammii Kuraa, Buufataalee Fayyaa, Manneen Barnootaa, dhaabbilee Nyaataa fi kanneen biroo daawwataniiru.Giddugala Tolchaa Buddeenaa, Bakka Tursaa Daa’immanii, Kuusaa Midhaanii, Baabura Midhaan Daaku, akkasumas tajaajilawwan garaagaraa giddugala Gullalleetti argamu daawwataniiru.Gizaachoo Girmaayeetu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.