Ministirri Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa fi Eegumsa Naannoo Emireetoota Araba Gamtoomanii Finfinnee galan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa fi Eegumsa Naannoo Emireetoota Araba Gamtoomanii Amnaa Biinti Abdullaahii Al Daahiik Al Shaamsii Finfinnee galan.Ministirittiin Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachuuf Finfinnee kan galan.Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen simatamaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.