Ministirri Alaa Taanzaaniyaa Finfinnee galan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Mahimmuud Taabiit Koomboon Finfinnee galan.Ministirichi Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachuuf Finfinnee kan galan.Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministri Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Hadaraa Abarraan simatamaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.