Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad waajjira Muummee Baabura Itiyoo- Jibuutii daawwatan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad waajjira Muummee Baabura Itiyoo- Jibuutii daawwataniiru.Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa waajjira Muummee Baabura Itiyoo Jibuutii daawwachuu isaanii odeeffannoon Waajjira Ministira Muummee irraa argame ni mul’isa.Waajjirichi fuula miidiyaa hawaasummaa isaan akka ibsetti, Dilbata hojiirratti, guddinni akkuma baaburaa guyyaa boqonnaa hin dhaabbatu waan ta’eef jechuun ibseera.#Oromia #Ethiopia