Xiyyaarri Raashiyaa imaltoota 49 fe’ee imalaa ture kufee caccabuun lubbuun imaltoota hundaa darbe

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Xiyyaarri Raashiyaa imaltoota 49 fe’ee imalaa ture kufee caccabuun lubbuun imaltoota hundaa darbuu gabaafame.Xiyyaarri daa’imman 5 dabalatee imaltoota 43 fi hojjettoota balallii 6 fe’ee imalaa ture kufee caccabuun lubbuun namoota hundaa darbuu ‘The Moscow Times’gabaase.Xiyyaarri Antoonoov AN – 24 jedhamu kun dhiyeenya magaalaa Tiiyindaatti kufee caccabuutu ibsame.Xiyyaarri kun Bulchiinsa AmuuriBilaagoovishicheesikiinii ka’uun gara buufata xiyyaaraa magaalaa Tiiyindaatti imalaa turte.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.