Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Itiyoo Teelee Koomiin bara baajataa 2017 galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 62 argate jedhan Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun dhaabbatichaa Fireehiwaat Taammiruun.Fireehiwaat Taammiruun raawwii hojii bara 2017 ilaalchisee ibsa kennaniiru.Bara baajatichaa maddoota galii babal’isuun hojiilee hedduun hojjetamuu kaasan.Dhaabbatichi bara 2017 keessa galii Birrii biiliyoonni 100 fi biiliyoonni 62 argachuu eeran.Kunis kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaalame Birrii biiliyoona 68.3 caalmaa qabaachuu ibsan.Galii argame keessaa Birrii biiliyoonni 76 bu’aa qulqulluu ta’uu dubbatan.Taarikuu Laggasaatu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.