Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 43 fi miiliyoona 500 ol ta’uun dhiyaate raggaasise.Hoggantuun Biiroo Maallaqaa naannichaa aadde Zayituunaa Ibraahiim baajata bara 2018 ilaalchisee miseensota mana marichaaf ibsa taasisaniiru.Manni marichaas baajata dhiyaaterratti erga mari’atee booda raggaasisuu Biiroon Kominikeeshinii naannichaa Faanaa Diijitaalitti himeera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.