Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigraay jalqaba torban kanaarra ture kan Godina Kibba Tigraay keessatti jijjirama hoggansaa taasisuu labse. Kana hordofees muddamni mudachuun gabaafameera.