'Ummanni Gaazaa harka sadii keessaa tokko guyyootaaf nyaata malee turaa jiru' - UN

Wait 5 sec.

Ummata Gaazaa harka sadii keessaa tokko nyaata malee guyyootaaf turu jechuun dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti (UN) Sagantaan Nyaata Addunyaa akeekkachiise.