Waa'ee barsiiftuu Dambi Doolloo digirii lammaffaan eebbifamtee daandiirratti muduraa gurgurtuu kan beeknu

Wait 5 sec.

Tibbana suuraan barsiiftuu Magaalaa Dambi Doolloo digrii lammataa qabduufi daandii irratti muduraa osoo gurgurtu mul'isu tokko miidiyaa hawaasaa irratti bal'inaan qoodamaa jira. Dhimma kanarratti kan iyyaafanne kunooti.