Baajanni Naannoo Afaar bara 2018 Birrii biiliyoona 18.715 ta’uun ragga’e

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Baajanni Naannoo Afaar bara 2018 Birrii biiliyoona 18.715 ta’uun ragga’e.Manni Maree naannichaa Yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun baajata naannichaa bara 2018 Birrii biiliyoona 18.715 raggaasiseera.#Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitarahttps://twitter.com/fanatelevision Feesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.