Dr Haayilee Fidaa namoota seenaa siyaasaa fi waa'ee Afaan Oromootiin waliin maqaansaanii ka'u keessaa tokkodha. Miseensi maatii dhihoo kan ta'an Ashannaaffii Sisaay Fidaa tibbana seenaa hayyuu Oromoo kanaa ilaalchuun kitaaba barreessan Adooleessa 20, 2025 Magaalaa Finfineetti eebbiifameera.