Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha – Obbo Ordiin Badirii

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararuu Obbo Ordiin Badiriin.Manne maree bulchiinsaa naannoo Hararii raawwii hojii seektaroota ijoo bara 2017 irratti mari’achuu Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaa Heenook Mulunahiin Faanaa Diijitaalitti himaniiru.Hojiileen bara baajatichaa keessa hojjetaman hawaasa fayyadamoo taasisuun bu’aa gaarii galmeessuu obbo Ordiin Badiriin himaniiru.Gabaa tasgabbeessuuf oomishaa fi oomishtummaa guddisuurratti hojii jajjabeessan hojjetamuu dubbatan.Barri baajataa 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha jechuun eeran.Barnootaa fi tajaajila fayyaa qulqullina qabu babal’isuuf hojiileen raawwataman gaarii akka ta’e himan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.