Mana warra Koonsoo barootaaf akka mala qusannaa maatiitti tajaajilu kana beektuu

Wait 5 sec.

Qe'ee hawaasa Koonsoo keessatti baadiyaas magaalattis mana citaa bifan walfakkaatu, kan isaan 'Fooqii Koonsoo' jedhanii waaman ollaa hunda keessa jira. Manni kun akkuma mandara biraa itti jiraachuuf osoo hin taanee kaayyoo addaatiif ijaaramu. Kunooti dhiyaadhaa.