Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen hoggantoota ‘Rootarii Itiyoophiyaa’ waliin mari’atan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hoggantoota dhaabbata ‘Rootarii Itiyoophiyaa’ waliin mari’ataniiru.Hojii dhaabbatichi dameewwan fayyaa, naamusa gaariifi kanneen biroorratti hojjetu kan jajjabeeffamu ta’uu Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ibsaniiru.Hojiin dhaabbatichaa hawaasa biratti haalaan akka beekamuuf daran hojjechuun barbaachisaa ta’uus hubachiisaniiru.#Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan Oromoo Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.