Viiktar Giyookereesh jijjiirraa gara Arsenaal xumuruuf gara Landan imaluuf

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Arsenaal Viiktar Giyookereesh Ispoortiingirraa jijjiirraan fudhachuuf waliigalamuu hordofee taphatichi adeemsa jijjiirrichaa xumuruuf gara Landan imaluuf ta’uun gabaafame.Arsenaal Paawundii miiliyoona 55.1 fi ga’umsi isaa ilaallamee kan dabalamu Paawundii miiyoona 8.7 Viiktar Giyookereeshiif kaffaluuf waliigaleera.Taphatichi waliigalticha akkuma xumureen tapha qophii duraa Siingaapooritti taphatamaa jirurratti kan argamu ta’uu Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaan ifoomsuu ‘SKY Sport’ gabaaseera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.