Kamisa darbe Waayit Haawus pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhibee ujummoo dhiigaa yeroo dheeraa (chronic venous insufficiency) jedhamu akka qaban beeksiseera. Ofii dhibeensaa kun hangam yaaddeessaadha?