Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame – Dooktar Abiy Ahimad

Wait 5 sec.

Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.Murannoo Itiyoophiyaa fi carraa egeree Afrikaa ta’uu eeran ergaa fuula Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.