Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Seeraaliyooniin injifatame.Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee taphatameen Seeraaliyoon galchii 2 fi 0n Itiyoohiyaa injifatteerti.#Oromia #Ethiopia