Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ayyaana bara haaraa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa adda addaaf maaddi qoodaniiru.Aadde Adaanech, giddugalawwan nyaataa magaalichaa 26 keessatti maanguddoota, kanneen biyyaaf oolmaa oolan, qaama miidhamtootaa fi lammiilee harka qalleeyyii biroof maaddii qoodaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.