Komishiniin Gamtaa Afrikaa Itiyoophiyaanotaan baga geessan jedhe

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Dura Taa’aan Komishiniin Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Itiyoophiyaanotaan baga geessan jedhan.Ummannii fi Mootummaan Itiyoophiyaa baga bara haaraa 2018 nagaan geessan jedhan.Barichi bara nageenyaa, jaalalaa, misoomaa fi tokkummaa akka ta’u hawwaniiru.Mahaammad Alii Yuusuuf, Itiyoophiyaan jijjiiramaa fi tokkummaa Afrikaaf gumaacha taasisaa jirtu caalmaatti cimsitee akka itti fuftu gaafataniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.