Namni Chaarlii Kirki ajjeessuun shakkame maqaansaa Taayilar Roobinsan kan ganna 22 ta'u FBI ibse

Wait 5 sec.

Nama Chaarlii Kirkiitti dhukaasuun shakkamee barbaadamaa ture amma t'atame maqaansaa Taayilar Roobnsanii akka jedhamuufi daraaggeessa umuriinsaa waggaa 22 ta'uu FBI ibsa har'a kenneen beeksiiseera.