Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Tookiyoo gahe

Wait 5 sec.

Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Imaltoonni jalqabaa jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaatu Jaappaan Magaalaa Tookiyoo gaheera.Jilli garee Atileetiksii kun wayita buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Naareetaa gahu Jaappaanitti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa Dhaabaa Dabaleen simatameera.Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaan Fulbaana 3, 2018 gaggeeffamuu eegala.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.