Barataa Saayinsii Hawaasaan Qabxii Olaanaa galmeesse

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC)-Barataa Caalaa Garramaa Ejjetaan Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Hawaasaan akka biyyaatti qabxii 562 galmeessuun seenaa hojjate.Caalaa Garramaa Ejjetaan Barataa Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Amboo yoo ta’uu, Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 damee Saayinsii Hawaasaan akka biyyaatii qabxii olaanaa galmeessuu Daayrektarri Mana Baruumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Amboo obbo Xannaa Fayyisaan Faanaa Diijitaaliif ibsaniiru.Akka biyyaatti Qabxii Olaanaan Saayinsii Hawaasaan galmaa’e Mana Baruumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Amboorraa ta’uu Ministeerri Barnootaa kaleessa Ifoomsuun ni yaadatama.Tsahaay Gulummaatiin.