Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yiin simataniiru.Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii guyyaa lamaaf Itiyoophiyaa kan dhufan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yiin Masaraa Biyyaalessaatti simataniiru.Daawwannichaan fedhii waloo kan ta’an hariiroo gamlamee fi dhimmoota naannawicharratti marii ni gaggeessuun kan eegamu ta’uu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.