Ispeeshaalistii Indiyaatti kaansariirraa tiruu obboleessi arjoomefiin fayye

Wait 5 sec.

Lammiileen Itoophiyaa dhibeewwan garaagaraatiif tajaajila yaala fayyaa barbaacha biyya alaatti imalan heddummachaa jiru.