Naayjeeriyaan walakkaa Xumuraaf dabarte

Wait 5 sec.

Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) – Dorgommii Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorookoon geggeeffamaa jiruun tapha nuusa xumuraan Naayijeeriyaan Aljeeriyaa 2 fi O’n injifatteetti.Galgala sa’aatii 1:00 irratti tapha taphatameen galchiiwwan Viiktor Osmeen fi Akoor Addaamsi lakkoofsisaniin Naayijeeriyaan Aljeeriyaa 2-O’n injifachuun walakkaa xumuraaf darbiteetti.Kana hordofees Naayijeeriyaan kaameeruuniin injifachuun walakkaa xumuraaf kan darbite Morookoo waliin nitaphatu..Galgala sa’aatii 4:00 irrattis tapha nuusa Xumuraa isa dhumaan falmiin Ijiptii fi Kootidivowaar taphatan baay’ee kan eegamuu dha.#Oromia #Ethiopia