Ifxaraan guddaan daandirraa marsaa 6ffaan eegale

Wait 5 sec.

Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) – Sagantaan Ifxaraa guddichi daandirraa 6ffaan Magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffamuu eegaleera.Ifxarri guddaan kun mata duree ‘Najjaashii kabaja biyyaaf’ jedhuun gaggeeffamaa jira.Saganticha Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaatu Mana Maree Dargaggoota Islaamaa Itiyoophiyaa waliin ta’uun qopheesse.Sirni Ifxaraa Daandiirraa kun duudhaalee Islaamummaa kan guddisuu fi waloomaa cimsuuf gahee olaanaa qabaachuu ibsame.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.