Israa'el Beerut fi Teehraan haleelaa jirti, US 'humni abiddaa Iraan irratti haala diraamaa ta'een dabala' jette

Wait 5 sec.

Waraanni Israa'el namoonni akka baqatan ajaja dabarsuu hordofee Libaanos, magaalaa Beerut keessa dhohinsa dhaga'ama'aa jira. Hezboollaan ammoo lammileen Israa'e daangaatti dhiyoo jiran akka baqataniif ajaja dabarseera.