Qidduus Giyoorgis xumuraaf darbe

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Tapha Waancaa Magaalaa Finfinnee 19ffaa (waancaa Haaromsaa)’n Qidduus Giyoorgis Buna Itiyoophiyaa injifachuun tapha xumuraaf darbeera.Qidduus Giyoorgis galchii 3 fi 2’n Buna Itiyoophiyaa injifateera.Taphni waancaa Magaalaa Finfinnee Dilbata dhufu kan taphatamu yoo ta’u, Qidduus Giyoorgis Machaal waliin xumuraaf falmata.Machaal Itiyoo Elektirikii injifachuun xumuraaf darbuun ni yasdatama.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.