Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Magaalaa Daseetti kan argamu ijaarsa babal’isuu Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Hooxee eebbisaniiru.Sagantaa deebisanii ijaaruu Ministeera Barnootaan kan ijaarame manni barumsaa kun dareewwan 12 qaba jedhame.Hoggantuu Biiroo Barnootaa Naannoo Amaaraa Dooktar Mulunash Dassee, Dursaa Kantiibaa Magaalaa Dasee Saamu’eel Mollaalinyi dabalatee hoggantoonni mootummaa biroon saganticharratti argamaniiru.Isheetuu Waldamika’eeltu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.