Ajaja Kibbaatti hundeeffamni waggaa 30ffaa Kutaa Waraanaa 21ffaa Gunaa kabajamaa jira

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kibbaatti hundeeffamni waggaa 30ffaa Kutaa Waraanaa 21ffaa Gunaa magaalaa Baatuutti kabajamaa jira.Sagantaa kabaja hundeeffama waggaa kanarratti Itti aanaa Itaamaajoorshuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Jeneraal Ababaaw Taaddasaa dabalatee qondaaltonni olaanoon Raayyaa Ittisaa biroon argamaniiru.Dabalataanis hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaafi naannoo, Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee fi hawaasni naannawichaa argamuu TOI gabaaseera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.