Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob damee Boolee hojii eegalchiisaniiru.Komii ummataa kan ture rakkoo tajaajilaa hiikuuf mootummaan xiyyeeffannoo addaan hojjetaa jiraachuu Kantiibaa Adaanech saganticharratti haasawa taasisaniin dubbataniiru.Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob Finfinnee Qaammee 5 hojii eegale dabalataan kutaalee magaalichaa hundatti babal’isuuf hojjetamaa jiraachuu eeran.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.